harraba ma.

GAO

Hiika

1.qaama afaan keessaa kan dubbiifi nyaata qarqaaru; Yommuu midhaan nyaatu tasa harraba of ciniine. 2. dubbii nama aarsu, harrabsoo; "Jaalalli dura gaggabaa booddeen harraba."
Sponsors