harkisaa ma.

GAO

Hiika

1. teeba garaa fardaa Jala naanna'ee kooraa dugda fardaa irratti hidhu. 2. teeba maanaqoo yookiin loloosoo, teeba hudhaa; "Harkisaan qolaayee teebni maanaqoodhaa biyya na barsiisi ani madaqoodhaa."
Sponsors