haraama ma.

GAO

Hiika

1.waan duudhaa keessatti jibbamu; Fira foonii wajjin rafuun haraama; Raqa nyaachuun haraama. 2. jecha diddaa dhugoomsu; Haraama lammata itti hindeebi'u.
Sponsors