Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
goobbuu ad.
goobbuu ad.
GAO
Hiika
1. lakkoofsaan kan baay'ee ta'e; Horii goobbuutu karaa kana darbe. 2. waan bakka tokkotti baay'ate, gobbuu, tuuta; Biqiltuu goobbuu kana buqqisaatii addaan fageessaa.
Sponsors