gargaaruu go.

GAO

Hiika

1. akka hojiin sun dafee dhumuuf nama hojjechaa jiru irraa hojii fuudhanii ofiif hojjechuu yookiin wajjin hojjechuu, qarqaaruu. 2. nama rakkoo qarshii qabuuf qarshii kennu qarqaaruu; Ati mana ijaarrachuuf yaada qabaannaan firri qabu qabeenyaan kan dhabe humnaan si haa gargaaru.
Sponsors