garaatti qabachuu go.

GAO

Hiika

1. waan dhaga'an odoo namatti hinhimin ofii beekanii hafuu. 2. hammeenya namni namatti hojjete odoo hinirraanfatin turuu, gadoo yookiin haaloo kuusuu. 3. ulfa ta'uu.
Sponsors