gadi taa'uu go.

GAO

Hiika

1. luka kottoonfatanii yookiin diriirfatanii taa'aa laraan yookiin waan teessumaa ta'u irraan ga'anii argamuu. 2. waan hojjechaa jiran dhiisuu. 3. udaan haguu.
Sponsors