gadi qabuu 2 go.

GAO

Hiika

1. akka hinjabaanne yookiin hinukanne gochuu, cunqursuu. 2.sagalee xiqqeessanii, asaasanii dubbachuu; Hin'iyyiinii sagalee gadi qabii dubbadhu.
Sponsors