gadi jechuu go.

GAO

Hiika

1. mataa gadi qabachuu, dhundhuluu 2. waan namatti dhufu hunda danda'uu, obsuu; Isa wajjin. jiraachuuf gadi jechuu nama barbaachisa. 3.fiiguu dhiisuu, dhaabbachuu, Fardi kun gadi hinJedhu.
Sponsors