gabbara ma.

GAO

Hiika

1. waan gargaarsa irraa argatan kan akka lafaa, manaa yookiin hojiitif oggaa oggaan yookiin ji'a ji'aan mootummaaf horii kenna. 2 wo'atama agarsiisuuf harka kenna. 3. boorantichaaf yookiin waan itti amananiif kenna gocha. 4. gatii durba fuudhaniif kennan.  "sossoba" ilaalaa.
Sponsors