Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
gabbaasuu go.
gabbaasuu go.
GAO
Hiika
1. waan waa keessa jiru gadi baasuu. 2. horii mooraadhaa yaasuu, bobbaasuu; "Afur facaatanne, afur gabbaafannee, horii marga dheedu mana kee gaafanne."
Sponsors