fuggisoo ad.

GAO

Hiika

1. qajeeltoo kan hinta'in; Dubbii fuggisoo hindubbatin. 2. irraan gadee; Farda fuggisoo yaabbatanii hindeeman.
Sponsors