foon ma.

GAO

Hiika

1. qaama lallaafaa keessattuu kan horii qalamee; Biyya kanatti foon fardaa hinlagatama. 2. nama dhiiga yookiin sanyii wal irraa qabu; Foon isaa waan ta'eef garaa laafe.
Sponsors