Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
fixachuu go.
fixachuu go.
GAO
Hiika
waanti qaban nama harkaa dhumuu; Garbuu ijaa fixatef waan sanyii facaafatu dhibe. 2.garaa kutachuu, gabbuu; Jaalala isaaf qabu fixate. Bishaan Keessaa dhufu; Mulluun bishaan fixate. 4. dhiifama namaa gochuu; Jibba isaa fixate.
Sponsors