Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
durba ma.
durba ma.
GAO
Hiika
1. dargaggoo nadheenii, tan kanaan dura hinheerumin, keessumattuu tan kanaaan dura dhiira hinbeekne; Durbamoo nadheen fuudhee? 2. mucaa durbaa dhiwoo dhalate; Haati kee dhiiramoo durba deessee?
Sponsors