dugda galuu go.

GAO

Hiika


fuulaan nama irraa achi gara galuu;Na ilaaluu jibbee dugda gachina irraa gale. 2. nama irraaachi fagaachuu; Akka an itti hinhimneef dugda na irra galeera. 3.walitti dhufeenya kanaan dura qaban dhiisuu; Durillee waa tokko na gargaara turee, aroma garuu dugda na irraa galeera; Nitii isaa irraa dugda galeera.
Sponsors