dhahuu go.

GAO

Hiika

wayiin rukutuu; Uledhaan sa'a dhahe. 2. harka ofiitiin hojjechuu;Barmeexaa migiraa dhahate. 3. bishaan akka nama baatuuf harkaafi miilaan rukutuu; Daaktuun miillaan bishaan dhahatti. 4.fardi akka deemu miillaan tuttuquu, kakasuu
Sponsors