Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
deeffachuu go.
deeffachuu go.
GAO
Hiika
nyaata yookiin dhugaatii booddee hafuura sagalee qabu garaadhaa ol baasuu. 2. waan of harkaa baasan, fakkeenyaaf qarshii, deebisanii fudhachuu; Waanti sun naaf hintaanee, horii koo deeffachuun barbaada. 3. waan nama biraa fagaatee deeme gara ofiitti fidachuu;Loon deeffachuun achi baye. 4.waanti nyaatan yookiin dhugan namaa sifaawuu didee bawuu, balaqqamuu.
Sponsors