deeffachuu go.

GAO

Hiika


nyaata yookiin dhugaatii booddee hafuura sagalee qabu garaadhaa ol baasuu. 2. waan of harkaa baasan, fakkeenyaaf qarshii, deebisanii fudhachuu; Waanti sun naaf hintaanee, horii koo deeffachuun barbaada. 3.  waan nama biraa fagaatee deeme gara ofiitti fidachuu;Loon deeffachuun achi baye. 4.waanti nyaatan yookiin dhugan namaa sifaawuu didee bawuu, balaqqamuu.




















Sponsors