Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
deebisuu go.
deebisuu go.
GAO
Hiika
1. akka bakka dhaqee deebi'ee lafa duraan turetti dhufu gochuu; Gaangolii kana achi deebisi. 2. deebii kennuu. 3. waan sirrii hinta'in sirrii taasisuu, qajeelchuu, fayyisuu, karaa irra buusuu. 4. waan namni nama godhe yookiin hammeenya namni nama irratti raawwate fakkaattii isaa abbicha sanaaf yookiin namicha irratti gochuu, dudda deebisuu; Tola waan ati naaf 'oolte deebisee hinfixuu, Rabbi siif haa deebisu! Eeggadhu! Waan ati na irratti goote siin deebisaa!
Sponsors