deebii ma.

GAO

Hiika


1. waan gaafatame ilaalchiisee dubbii dubbatamµ; Gaaffii kootiif deebiin barbaada. 2. yaada dhiyaate irratti yaada ofii ibsuu, dabaluu, ittiin qabuu; Yeroo haati kee sitti dheekkamtu deebii hinkenninJif, caljedhii dhaggeeffadhu. 3. waan keessaa deebi'u; Qarshii kudhan fudhateeti deebii na dhowwate. 4. bakka dhaqan ga'anii bakka duraan ka'anitti dhufiinsa; Deebiin sitti gora. 5. intalli heerumtee warra ilaalcha dhufiinsa, millaashii; Intalli keessan eega heerumtee deebii dhufteetti? 6. yeroo qotan bakka itti qotiyyoo deebisan; Anaa deebii lama qote bokkaan bu'e.


Sponsors