Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dallaa
dallaa
GAO
Hiika
1. ijaarsa naannoo manaa kan qe'ee ofii ittiin da'atan. 2 waan maasii ofii yookiin horii ofii keessatti eeggachuudhaaf naannessanii ijaaran; Horiin dallaa keessa bulti Maasii boqqollootti dallaa ijaare.
Sponsors