daka da. go.

GAO

Hiika


1.bakka gad aanu;Dhagaan gara irraatii gara dakaatti konkolaata. 2.gammoojjii; Boqqolloon dakatti bayeessa ta'ee marga.

Sponsors