daanya'uu go.

GAO

Hiika

1.dubbii namootaa ilaalanii seerri nama itti jigetti muruu; Abbaa qorootu nu daanya'e (abbaa qorootu seera nuuf ilaale). 2. asiifi achi akka hinjennetti rakkina itti uumuu; Giddu gidduutti nun daanya'inii gar tokkotti nu deebisi.
Sponsors