cabuu go.

GAO

Hiika


gargar cituu (ba'uu), mudaa godhachuu. 2.gad xinneeffamuu, tuffatamuu; "Cabsituun fardaan oshee jetti". 3.walitti qabamuu, walitti funaanamuu.


Sponsors