Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
cabsachuu go.
cabsachuu go.
GAO
Hiika
1. walitti guurrachuu, muranii fudhachuu; Qoraan cabsatteeti manatti galte. 2. buddeen kutatanii nyaachuu; Buddeenumallee cabsachuu hindandeenye.
Sponsors