badaduu go.

GAO

Hiika

1. yaaluu. 2. amma itti wayyaawutti eeguu, ijibbaata gawuu. 3. barbaaduu, fedhuu, jaallachuu. 4. yaada guddaa yookiin tole jechuu dhabuu, itti rakkachuu dhiisuu; Inni namaa inbadadu.
Sponsors